BrowseAtWork.com:   [ UP ]   [Manage cookies]

Fuula Dura

From Wikipedia

Jump to: navigation, search
Welcome To Oromo Wikipedia's Main Page
Nami Afaan Oromo bektan hunda barressu ni dandessu
Barresu Jalqabuf [1], barrefama jijjirama barbadanii ilaluuf kana bani.
WELCOME TO OROMO WIKIPEDIA
ALLABA OROMO
Fuula Dura · Jijjirama Dhiho · Qarqarsa · Odeffano

Barressu · Ingliffa-Oromiffa · Barnotta · Oduu

Mataa Duree Hardha

COAGULATION

Fibriniin gossa protein yoo ta'u dalagaan isaas blood clot (walitti qabama dhigaa kan yerro bayee yoo namii dhiga'u ta'u) kessatti dha. Protein kanatti polymerise ta'e platelets wajjiin walitti qabamudhan yoo namii mada'e dhiga'u akka dhigii walitti qabamu tasisaa.

Fibriniin kuni kan midhafame kutta isaa zymogen fibrinogen, kan plasma glycoprotein ta'e kan bishaaniin makamu danda'u kan Tirrun midhafame ofii kessa qaba. Ademsaa coagulation (walitti qabama dhigaa) kessatti zymogen prothrombin gara serine protease thrombinit jijjirama, kuniis jijjirama fibrinogen irra gara fibrinit godhamuf sababa ta'a. Achiin bodda Fibriniin gara lachuun walitti qabame akka walitti qabami dhiga (clot) ta'u godha, fibriniinis kan walitti qabamu factor XIIIn.


Mataa Duree Wal-Fakkatuu (Related Topics)


Error: image is invalid or non-existent

Portal:Engineering
Portal:Energy
Oduu Sport Odeffanoo
Portal:Information technology
Portal:Space exploration
Portal:Transport
Barnotta Oromiya Qonqo fi Video



Odeffano Hara